Gareen TPLF Gamtaan Afirikaafi michoonni addunyaa dhimma Tigraay callisanii ilaaluu akka hin qabne xalayaa kaleessa Komishiinii Gamtaa Afrikaatti barreessen gaafateera. Garichi rakkoon gargaarsa ...